Oromia Biyya

Oromia Biyya official page

17/08/2025

There is no way we can justify the genocide of palestinians!

Bob Vylan haa galatoomi 👏Ummanni Oromoo ummata akka isaatti cunqursaa jala jiru deeggaruu qaba! Ummanni dur cunqursaa ja...
13/08/2025

Bob Vylan haa galatoomi 👏

Ummanni Oromoo ummata akka isaatti cunqursaa jala jiru deeggaruu qaba! Ummanni dur cunqursaa jala ture, kan miidhaa gabrummaa beeku gadi bahe Palestine akka biyya taatu mootummaan isaan akka raggaasisu godhee jira. Biyyoota sun keysaa:
Irland, Norway, Spain, Brazil, South Africa, ifii kan biraatiis kan akka South Korea, Japan ifii Europe guutuu keysatti hiriira gurguddaa bahuun deeggaraa jiran!

3216 likes, 405 comments. Check out lol’s video.

Mee artistiin Oromoon guddaan qabdu kan duguuggaa sanyii ummata rakkoo akka ummata oromoo keysa dabraa jiruuf sagalee ta...
10/08/2025

Mee artistiin Oromoon guddaan qabdu kan duguuggaa sanyii ummata rakkoo akka ummata oromoo keysa dabraa jiruuf sagalee tahe? 😕

61.5K likes, 3326 comments. “ 🇵🇸❤️ ”

Prime minster Sweden kan duraanii Carl Bildt: Warri EU ameerikan of ittisuu mirga qabdi jachuu keysan dhagahuu hin fedhu...
22/06/2025

Prime minster Sweden kan duraanii Carl Bildt: Warri EU ameerikan of ittisuu mirga qabdi jachuu keysan dhagahuu hin fedhu!"

21/06/2025

Dhiiroo akkam goona? Akkamitti xiqqoo dandeenyun haa gargaarruu miciyyoo tana? Namni isii beeku kan walitti nu qabuu dandahu jiraa please?
Ani kan barreysaa jiru Murti Galmooti!
Fb kiyya: Murti Galmo

21/06/2025

Kadir Martu ifii Israel waan takka walitti qaban. Dura ufumaaf ummatatti duulani. Umata biraatii ol uffakkeessan. Hundaa ol hubatan ufsehan.

Boodarra ammoo: Israel gara Amerika fiigdee boochi, Kadiir Danta Maraat ammoo gara kiniinaa fiigee dhiifama gaafata 😂

19/06/2025

Ummanni Amerika beekamaan, meensosta ifii deeggartoota Trump tan akka congress Amerika keysa jirtu Margaret Taylor Green dabalatee akkana ja'an:
~Israelitu lola barbaada malee Iran ifii Amerikan walloluu hin fedhan!
~Nuti Israelif hin loklu Israel yoo feete deemtee haa lolattuu. Lubbuu ifii qabeenya gibira kan miskiinota Amerika irraa walitti qabame biyya Israeliif hin wareegnu
~ Kan lola bu'aa keysatti barbaadu Natanyahoi qofa etc

Dhageyfadhaa!

Xoophiyaan listii biyyoota 36 kan lammiin isii akka Ameerikaa seenuu dhoorkamu itti yaadamaa jiru keysaa takka.
18/06/2025

Xoophiyaan listii biyyoota 36 kan lammiin isii akka Ameerikaa seenuu dhoorkamu itti yaadamaa jiru keysaa takka.

Haqoo haqq!
16/06/2025

Haqoo haqq!

Adress

Stockholm

Telefon

+251994031386

Webbplats

Aviseringar

Var den första att veta och låt oss skicka ett mail när Oromia Biyya postar nyheter och kampanjer. Din e-postadress kommer inte att användas för något annat ändamål, och du kan när som helst avbryta prenumerationen.

Kontakta Affären

Skicka ett meddelande till Oromia Biyya:

Dela