Beshir Temam

Directions

Beshir Temam Ittii fayyadama basii tokko malle yoo

 #@₹Bashir 1m@
04/07/2026

#@₹Bashir 1m@

25/06/2026

Mliaf missa nyachuko nagafataa
Anubarre nyachuf dhisuko...

25/06/2026
25/06/2026

????????

15/06/2026

‎Kaadhimamtoonni Biiroo Galii Oromiyaa qormaataaf qophaa'aa jiran,
‎
‎"Maal irratti qophaa'uu qabna?" — gaaffii jedhu baayyee na gaafataa jirtu.
‎
‎Qormaanni kallattii kam irraa akka dhufu sirriitti tilmaamuun danda'amuu baatus, akka nama waajjira galii keessatti hojjechuuf qophaa'aa jiruutti, beekumsi armaan gadii baayyee murteessadha.
‎
‎1. 𝗩𝗔𝗧 jechuun maal akka ta'e fi 𝗦𝘁𝗮𝗻𝗱𝗮𝗿𝗱 𝗥𝗮𝘁𝗲 isaa meeqa akka ta'e sirriitti beeki.
‎
‎2. Daldaltoonni 𝗩𝗔𝗧 𝗥𝗲𝗴𝗶𝘀𝘁𝗿𝗮𝘁𝗶𝗼𝗻 irratti galmaa'uun dirqama itti ta'u eenyu fa'a akka ta'e fi ulaagaaleen guutamuu qaban maalfa'a akka ta'an hubadhu (threshold)
‎
‎3. Kaayyoon ijoon 𝗪𝗶𝘁𝗵𝗵𝗼𝗹𝗱𝗶𝗻𝗴 𝗧𝗮𝘅 maal akka ta'e fi akkamitti akka hojjetu beeki.
‎
‎4. Garaagarummaa 𝗩𝗔𝗧 fi 𝗧𝗢𝗧 gidduu jiru adda baasii hubadhu.
‎
‎5. Gabaasni 𝗩𝗔𝗧 sirrii ta'uu isaa mirkaneessuuf sanadoota (𝗦𝗼𝘂𝗿𝗰𝗲 𝗗𝗼𝗰𝘂𝗺𝗲𝗻𝘁𝘀) kamtu ilaalamuu akka qabu adda baasi.
‎
‎6. Gurgurtaa raawwatame irraa 𝗢𝘂𝘁𝗽𝘂𝘁 𝗩𝗔𝗧 akkamitti akka shallagamu baradhu.
‎
‎7. Yoo 𝗔𝗰𝗰𝗼𝘂𝗻𝘁𝗶𝗻𝗴 𝗥𝗲𝗰𝗼𝗿𝗱𝘀 fi 𝗧𝗮𝘅 𝗣𝗼𝗿𝘁𝗮𝗹 wal hin simne, akkamitti qorannoo akka geggeessitu beeki (𝗥𝗲𝗰𝗼𝗻𝗰𝗶𝗹𝗶𝗮𝘁𝗶𝗼𝗻).
‎
‎8. Kaayyoon 𝗕𝗮𝗻𝗸 𝗥𝗲𝗰𝗼𝗻𝗰𝗶𝗹𝗶𝗮𝘁𝗶𝗼𝗻 hordoffii gibiraa keessatti maal akka ta'e hubadhu.
‎
‎9. 𝗘𝗹𝗲𝗰𝘁𝗿𝗼𝗻𝗶𝗰 𝗧𝗮𝘅 𝗠𝗼𝗻𝗶𝘁𝗼𝗿𝗶𝗻𝗴 𝗦𝘆𝘀𝘁𝗲𝗺 jechuun maal akka ta'e beeki.
‎
‎10. Faayidaawwan 𝗘𝗹𝗲𝗰𝘁𝗿𝗼𝗻𝗶𝗰 𝗜𝗻𝘃𝗼𝗶𝗰𝗶𝗻𝗴 keessoo 𝗚𝗼𝘃𝗲𝗿𝗻𝗺𝗲𝗻𝘁 𝗔𝗰𝗰𝗼𝘂𝗻𝘁𝗶𝗻𝗴 𝗦𝘆𝘀𝘁𝗲𝗺 keessatti maal akka ta'an baradhu.
‎
‎11. Invoice dhabame (𝗺𝗶𝘀𝘀𝗶𝗻𝗴 𝗜𝗻𝘃𝗼𝗶𝗰𝗲) akkamitti hordoftee qorachuu akka dandeessu beeki.
‎
‎12. Lakkoofsi invoice wal fakkaatu 𝗗
‎(𝗱𝘂𝗽𝗹𝗶𝗰𝗮𝘁𝗲 𝗶𝗻𝘃𝗼𝗶𝗰𝗲 𝗻𝘂𝗺𝗯𝗲𝗿) balaa ykn 𝗧𝗮𝘅 𝗥𝗶𝘀𝗸𝘀 akkamii akka qabu hubadhu.
‎
‎13. Excel keessatti hojiiwwan akka 𝗖𝗢𝗨𝗡𝗧𝗜𝗙, 𝗩𝗟𝗢𝗢𝗞𝗨𝗣, 𝗫𝗟𝗢𝗢𝗞𝗨𝗣, 𝗦𝗨𝗠𝗜𝗙 fi 𝗣𝗶𝘃𝗼𝘁 𝗧𝗮𝗯𝗹𝗲 fayyadamuun odeeffannoo akkamitti xiinxaluu akka dandeessu baradhu.
‎
‎14. 𝗣𝗶𝘃𝗼𝘁 𝗧𝗮𝗯𝗹𝗲 hordoffii gibiraa 𝗧𝗮𝘅 𝗠𝗼𝗻𝗶𝘁𝗼𝗿𝗶𝗻𝗴 fi gabaasa keessatti akkamitti akka gargaaru beeki.
‎
‎15. 𝗧𝗮𝘅 𝗧𝗿𝗮𝗻𝘀𝗮𝗰𝘁𝗶𝗼𝗻𝘀 shakkisiisoo ta'an akkamitti adda baastee qorachuu akka dandeessu hubadhu.
‎
‎16. 𝗩𝗔𝗧 𝗜𝗻𝗽𝘂𝘁 𝗖𝗹𝗮𝗶𝗺 dhiyeessuuf sanadoonni deeggarsaa (𝘀𝘂𝗽𝗽𝗼𝗿𝘁𝗶𝗻𝗴 𝗱𝗼𝗰𝘂𝗺𝗲𝗻𝘁𝘀) kamfa'a akka barbaachisan beeki.
‎
‎17. Mallattooleen 𝗥𝗲𝗱 𝗙𝗹𝗮𝗴𝘀 gocha gowwoomsaa gibiraa 𝗧𝗮𝘅 𝗙𝗿𝗮𝘂𝗱 agarsiisan maal akka ta'an adda baasi.
‎
‎18. 𝗧𝗮𝘅 𝗔𝘂𝗱𝗶𝘁-f akkamitti akka qophaa'uu qabdu fi sanadoota kam qopheessuun akka barbaachisu beeki.
‎
‎19. Yoo gurgurtaan ji'a tokko keessatti gadi bu'e (𝘀𝗮𝗹𝗲𝘀 𝗳𝗹𝘂𝗰𝘁𝘂𝗮𝘁𝗶𝗼𝗻𝘀), sababoota isaa akkamitti qorachuu akka dandeessu hubadhu.
‎
‎20. Yoo hojjetaan tokko erga gabaasni dhiyaatee booda galmee invoice jijjiire (𝗽𝗼𝘀𝘁-𝗳𝗶𝗹𝗶𝗻𝗴 𝗺𝗼𝗱𝗶𝗳𝗶𝗰𝗮𝘁𝗶𝗼𝗻), tarkaanfii akkamii fudhachuu akka qabdu beeki.
‎
‎21. Odeeffannoo baayyee (𝗵𝗶𝗴𝗵 𝘃𝗼𝗹𝘂𝗺𝗲 𝗱𝗮𝘁𝗮) waliin yeroo hojjetan sirrummaa hojii akkamitti mirkaneessan beeki.
‎
‎22. Yoo namni tokko dogoggora gibiraa akka callistu si gaafate (𝗲𝘁𝗵𝗶𝗰𝗮𝗹 𝗱𝗶𝗹𝗲𝗺𝗺𝗮) maal akka godhamu beeki.
‎
‎23. Sirna 𝗘𝗹𝗲𝗰𝘁𝗿𝗼𝗻𝗶𝗰 𝗧𝗮𝘅 𝗠𝗼𝗻𝗶𝘁𝗼𝗿𝗶𝗻𝗴 ji'a ji'aan hojjetu akkamitti akka diriirsitu hubadhu (𝗦𝘆𝘀𝘁𝗲𝗺 𝗗𝗲𝗽𝗹𝗼𝘆𝗺𝗲𝗻𝘁).
‎
‎24. 𝗧𝗮𝘅 𝗖𝗼𝗺𝗽𝗹𝗶𝗮𝗻𝗰𝗲 safaruuf 𝗞𝗣𝗜𝘀 kamfa'a akka fayyadamtu adda baasii beeki.
‎
‎25. 𝗗𝗮𝘁𝗮 𝗔𝗻𝗮𝗹𝘆𝘁𝗶𝗰𝘀 fayyadamuun 𝗧𝗮𝘅 𝗘𝘃𝗮𝘀𝗶𝗼𝗻 ykn 𝗧𝗮𝘅 𝗙𝗿𝗮𝘂𝗱 akkamitti adda baasuu akka dandeessu baradhu.
‎
26. ‎ 𝗔𝗰𝗰𝗼𝘂𝗻𝘁𝗶𝗻𝗴 𝗖𝘆𝗰𝗹𝗲 sirriitti beekuu qabda.
‎
‎
‎Qormaanni hojii.. 𝗔𝗻𝗮𝗹𝘆𝘁𝗶𝗰𝗮𝗹 𝗮𝗻𝗱 𝗣𝗿𝗼𝗯𝗹𝗲𝗺-𝗦𝗼𝗹𝘃𝗶𝗻𝗴 𝗦𝗸𝗶𝗹𝗹𝘀 irratti xiyyeeta.
‎
‎Carraa Gaarii!
‎
‎
‎---------
‎My Telegram Channel: https://t.me/BusinessAcadamy
‎
‎

‎

15/06/2026

Hello

15/06/2026

Dhufnnera asinis

Address

Markato
Jimma

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Beshir Temam posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share