Qabsoo Qerroo dadar

Qabsoo Qerroo dadar challenge men

01/06/2025
28/12/2024

Kitaabni Hin Gaabbu keessaa parti naa kofalchiiste
Yeroon mana hidhaa jiru Oromoof bilbile osoo haasofnuu maqaa warra keenyaa hanga Abbaa kudhanii naa gaafate Edaa namni Oromoo hidda dhaloota ofii beekuu qaba waan jedhan dhagaye.
Gaaffii tasaa inni na gaafateef hin beeku jechuu salfadhee maquma arrabarra naa dhufe tarreessee itti hime irra naa deebi’i naan jedhe maqoota dura himeef waan hin yaadanneef ammas kanuma mataa keessa na dhufe tarreesseef Aabboo dogongora qaba jedhee wix godhee na qabe edaa inni kanin itti himu na jalaa barreefataa ture kan marsaa lamaan itti hime walbira qabee akka wal hin fakkaanne arge.πŸ˜„πŸ˜„πŸ˜„πŸ˜„πŸ˜„

18/12/2024

Address

Bole
Addis Ababa
24

Telephone

+251906797954

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qabsoo Qerroo dadar posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Qabsoo Qerroo dadar:

Share