Rashaad Faansoo

Rashaad Faansoo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Rashaad Faansoo, Party Entertainment Service, Unated state, Dubai.

As wr wb dear friend and loved qaqaaliwwaan oromo lessons and things happening from time to time and some entertainment things invite you like share follow qaqqqaliwwaan and qashtiwwaan

29/05/2026


28/05/2026



24/05/2026

jirtuu kanuma

Jawar Mohammed 40! Way har'aa har'a jirraa? Mootummaa afur nyaate. Bara Mangistuu  dhalate Mallasaa jalatti ofis dubbiis...
21/05/2026

Jawar Mohammed 40! Way har'aa har'a jirraa? Mootummaa afur nyaate. Bara Mangistuu dhalate Mallasaa jalatti ofis dubbiise bare. Haylamaaramiin wal'aansoo walqabate. Bara Abiy Ahmad hidhaatti darbame.

Haraaraan moototiin walitti bu'uu tun isuma waliin dhalatte natti fakkaata. Cunqursaan, loogiifi saamichi allergy ta'anii na haxxifachiisu. Kaleessa gaafa dardaraa dhiisii, har'a erga arriin itti dhaaltee kanas isaa dhiisne.

Guggufachaas taatu Gadaa guutte isaan jedhe Mohamed Kanchora. Jiruu hanga amma booda haftees, dhugaa ummata keenyaa karaa dhugaatiin deebisuuf carraaquu ittuman fufa. Rabbi Guddaan kararraa nun maqsin.


 ?👇
21/05/2026

?👇

Ilma dhugaa ,ilma Abbaa gadaa  Jawar Mohammed
12/05/2026

Ilma dhugaa ,ilma Abbaa gadaa Jawar Mohammed

08/05/2026







08/05/2026

Watch, follow, and discover more trending content.

07/05/2026

Tokkummaa Oromummaa: Haasaa Jawar Mahaammad Arba-gugguutti taasise.
"Oromiyaa fi Oromummaa yoo jaallattan, tokkummaa keessan jabeessaa!"
Haasaan kun haasaa yoomiyyuu hin dagatameedha. Ergaa obbolummaa fi ijaarsa dhaloota boruutiif ibsaa dha. Arsiin handhuura gootaa, Arba-gugguun ammoo mallattoo tokkummaati!
Isin hoo haasaa kana irraa maal barattan? Yaada keessan irratti nuuf kennaa.

Hayyicha Sabaa Jawar Mohammed Kan Jaalattan Qoftiin Lakk 1 Barreessaa ✨️
07/05/2026

Hayyicha Sabaa Jawar Mohammed Kan Jaalattan Qoftiin Lakk 1 Barreessaa ✨️

Address

Unated State
Dubai
UNATEDSTATE

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Rashaad Faansoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Rashaad Faansoo:

Share