Mirqan show

Mirqan show welcome to our page

Miindaa Ji’atti Birrii Miliyoona 23,000,000 ol🙀🙀🙀  nama Oromoo  Harargee yoo ta'u Ilmi Oromoo kun garee kubbaa miilaa ki...
05/01/2026

Miindaa Ji’atti Birrii Miliyoona 23,000,000 ol🙀🙀🙀
nama Oromoo Harargee yoo ta'u Ilmi Oromoo kun garee kubbaa miilaa kilaba Vancouver Whitecaps FC tiif taphataa ture. Yeroo adda addaatti OSFNA irratti gahumsa ajaayibaa garee Toronto FC tiif agarsiisaa ture. Akka miidiyaalee hedduun gabaasanitti waggaatti Paawundii Miliyoona 1.4 (undisclosed) kan tahuun gara Norwich City FC tti lakkoofsa 21 uffatee akka taphatuuf bitameera jedhu. Kun milkaayina guddaa ijoollee keenyaati.
Baga moote Alii keenya, Priimerliigii keessatti si arguu hin hafnu Insha Allah✌🏽⚽️😍
Via Lemi ✌️

07/11/2025

Hiriyyootta
siif hubatan,
Siif gubatan
Rabbiin isaniif haa kennu 🤲🤲🤲

Balali'uuf hayyama eenyullee hin gaafatin,Baalleen/Goblaan keeti Samiin ammoo ta Rabbiiti❤️‍🔥🔥DAFQAAN BULAA 🥰🥰❤️❤️💪💪💪😍
02/09/2025

Balali'uuf hayyama eenyullee hin gaafatin,Baalleen/Goblaan keeti
Samiin ammoo ta Rabbiiti❤️‍🔥🔥

DAFQAAN BULAA 🥰🥰❤️❤️💪💪💪😍

Address

Aden

Telephone

+967773212304

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mirqan show posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Mirqan show:

Share