Seid event planner

Seid event planner Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Seid event planner, Event Planner, Ali, Bale, Ali.

๐—ฆ๐—ฒ๐—ถ๐—ฑ ๐—˜๐˜ƒ๐—ฒ๐—ป๐˜ ๐—ฃ๐—น๐—ฎ๐—ป๐—ป๐—ฒ๐—ฟ
Tajaajiloota nuti kenninu


fi video

Sagantaawwan akka
๐Ÿ‘‰Cidha
๐Ÿ‘‰ Bride Day
๐Ÿ‘‰ Graduation
๐Ÿ‘‰ Birthday fi kkf
Irratti haala adda taheen qulqullina guddaadhaan ni hojjanna.

+251904027481

Sagantaa qabdan kamiifuu filannoo keessan taasifadhaa
28/07/2025

Sagantaa qabdan kamiifuu filannoo keessan taasifadhaa

 Holqi Sof Umar Holqa Itoophiyaa keessaa isa dheeraa yoo ta'u dheerinni isaa kiiloo meetira 15.1 (9.4 mi) dha. Bara 1972...
22/05/2025


Holqi Sof Umar Holqa Itoophiyaa keessaa isa dheeraa yoo ta'u dheerinni isaa kiiloo meetira 15.1 (9.4 mi) dha. Bara 1972 yeroo qoratamu holqa Afrikaa keessaa isa dheeraa taโ€™uun mirkanaaโ€™e,Magaalaa Ginnir irraa gara bahaatti, naannoo Oromiyaa Zoonii Baalee Bahaa Kibba baha Itiyoophiyaa keessatti kan argamtu yoo ta'u, lagni Weyib keessa yaa'u,Seensa Ayyoo Makko irratti lixee bakka Hulluqqoo jedhamuun bahโ€˜uuf,Km 1 dukkana keessa deemuun si barbaachisa,Akka duudhaatti Sof Omar maqaa nama qulqulluu muslimaa naannoo sana jiraatu yoo ta'u Ayyaa Makkoon maqaa intala isaati. Makkoo fi Hulluqqoon maqaa naannoo fi Maqaa Holqaati akkaataa wal duraa duubaan. Yeroo dheeraaf wiirtuu amantaa kan ture yoo ta'u, amantii Islaamaafi amantii aadaa Oromoo naannoo sanaaf qulqulluudha. Namoonni deemtani hin beeyne dawwadha Uuman mal akka fakkatu yeroo agartu bayyee Dinqisiifattuu

Suuraa daawwii guyyaa har'aa iddoo seena qabeettii fi hawwattuu holqa soof umar irraa furatameedha...Dhaabbanni keenna e...
21/05/2025

Suuraa daawwii guyyaa har'aa iddoo seena qabeettii fi hawwattuu holqa soof umar irraa furatameedha...
Dhaabbanni keenna erga hundeeffamee guyyoota muraasa tahus garuu guyyaa har'aa waltahiinsa wiirtuu leenjii afaanii waltaaneet wajji godheen holqa soof umar daawwii taasiseera ammas marsaan lammaffaan baalema keessa eddoo seenaa guddaa qabu tokkorratti karoorri kaahamaa jira isin hunduu itti dhiyaadhaa...

Namoonni channel keenyaaf haaraa taatan join gochuun akkasuma miseensi keenna ammoo hiriyyoota keessaniif share godhaa

Imalli daawwii eegalame wal tahuumsa wiirtuu leenjii afaanii waltaaneet fi seid event planner wajji godhameen gara iddoo...
21/05/2025

Imalli daawwii eegalame wal tahuumsa wiirtuu leenjii afaanii waltaaneet fi seid event planner wajji godhameen gara iddoo seena qabeettii soof umaritti imalaa jirra

๐—ฆ๐—ฒ๐—ถ๐—ฑ ๐—˜๐˜ƒ๐—ฒ๐—ป๐˜ ๐—ฃ๐—น๐—ฎ๐—ป๐—ป๐—ฒ๐—ฟ Tajaajiloota nuti kenninu    fi videoSagantaawwan akka ๐Ÿ‘‰Cidha ๐Ÿ‘‰ Bride Day ๐Ÿ‘‰ Graduation ๐Ÿ‘‰ Birthday fi ...
18/05/2025

๐—ฆ๐—ฒ๐—ถ๐—ฑ ๐—˜๐˜ƒ๐—ฒ๐—ป๐˜ ๐—ฃ๐—น๐—ฎ๐—ป๐—ป๐—ฒ๐—ฟ
Tajaajiloota nuti kenninu


fi video

Sagantaawwan akka
๐Ÿ‘‰Cidha
๐Ÿ‘‰ Bride Day
๐Ÿ‘‰ Graduation
๐Ÿ‘‰ Birthday fi kkf
Irratti haala adda taheen qulqullina guddaadhaan ni hojjanna.

+251904027481
Telegram

Address

Ali, Bale
Ali

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Seid event planner posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category