Kaameettii Podcast

Kaameettii Podcast Share - Inspire - Change
(1)

12/05/2026

“Bakkan jaalladhun hojjadha” ogeessa miidiyaa jabaa gaazexeessaa Naziif Jamaal

Namoonni Guutuu sagantaa kanaa hindaawwatiin YouTube kaameettii podcast irraa argattu.

Turtii Kaameettii podcast Gaazexeessaa Naziif Jamaal waliin taasise daawwattanii?Namoonni Guutuu sagantaa kanaa hindaaww...
11/05/2026

Turtii Kaameettii podcast Gaazexeessaa Naziif Jamaal waliin taasise daawwattanii?

Namoonni Guutuu sagantaa kanaa hindaawwatiin YouTube kaameettii podcast irraa argattu.

Gaazexeessaa Naziif Jamaal Pirezidaantii waldaa Gaazexeessitoota Oromiyaati, sadarkaa itti aanaa biirootti daayirektera kominikeeshinii yaadannoo injifannoo ...

10/05/2026

"Lubbuu kennuu keessa lubbuu dhabuun jira" nama oguma isaatiin faloo kennuuf gaara labe, gaazexeessaa Naziif Jamaal

Namoonni Guutuu sagantaa kanaa hindaawwitin YouTube kaameettii podcast irraa argattu.

Simboof urgeessituun, miidhaginnii fi mi'eessituun jireenyaa jaalala. Loogoon jaalalaa immoo haadha! Baga guyyaa haadhol...
10/05/2026

Simboof urgeessituun, miidhaginnii fi mi'eessituun jireenyaa jaalala. Loogoon jaalalaa immoo haadha! Baga guyyaa haadholii geessan!

Turtii Kaameettii podcast Gaazexeessaa Naziif Jamaal waliin taasise daawwattanii?Namoonni Guutuu sagantaa kanaa hindaaww...
10/05/2026

Turtii Kaameettii podcast Gaazexeessaa Naziif Jamaal waliin taasise daawwattanii?

Namoonni Guutuu sagantaa kanaa hindaawwitin YouTube kaameettii podcast irraa argattu.

Gaazexeessaa Naziif Jamaal Pirezidaantii waldaa Gaazexeessitoota Oromiyaati, sadarkaa itti aanaa biirootti daayirektera kominikeeshinii yaadannoo injifannoo ...

09/05/2026

"Oromoon biyya kana keessatti lafee dugdaati" Fira dhugaa, gaazexeessaa Naziif Jamaal

Namoonni Guutuu sagantaa kanaa hindaawwitin YouTube kaameettii podcast irraa argattu.

Boqonnaa 2ffaa Episode 54ffaa | jalqabeera‼️Kaameettii podcast boqonnaa 2ffaa episode 54ffaan gaazexeessaa Naziif Jamaal...
09/05/2026

Boqonnaa 2ffaa Episode 54ffaa | jalqabeera‼️

Kaameettii podcast boqonnaa 2ffaa episode 54ffaan gaazexeessaa Naziif Jamaal qabatee kallattiin karaa Youtube kaameettii podcast tamsa’uu eegaleera. Karaa foddaa TV OBN immoo akkuma sagantaan addaa xumurameen eegala.

የካሜቲ ፖድካስት ሁለተኛ ምዕራፍ 54ኛ ክፍል ዝግጅታችን በካሜቲ ፖድካስት የዩቲዩብ ቻናል በቀጥታ መተላለፍ ጀምሯል::

ፕሮግራሙን በቀጥታ በkaameettii YouTube ቻናል ላይ መከታተል ይችላሉ::

Gaazexeessaa Naziif Jamaal Pirezidaantii waldaa Gaazexeessitoota Oromiyaati, sadarkaa itti aanaa biirootti daayirektera kominikeeshinii yaadannoo injifannoo ...

Nu ofkolchaa!Jaallattootaa fi maatii Kaameettii Podcast, sagantaan Kaameettii guyyaa har'aa karaa TV OBN isin biraan gee...
09/05/2026

Nu ofkolchaa!

Jaallattootaa fi maatii Kaameettii Podcast, sagantaan Kaameettii guyyaa har'aa karaa TV OBN isin biraan geenyu sababa sagantaa addaa OBN irratti darbuuf jijjirama sa’atii taasisuuf dirqamnee jirra.

Kanaaf qophiin keenya karaa YouTube Kaameettii Podcast yeroo isaa eegee sa'atii 3:00pm irratti kan eegalu yoo ta'u karaa TV OBN immoo akkuma sagantaan addaa xumurameen kan jalqabu ta'a!

Jaallattanii akkasumas filannoo keessan godhattanii waan nu hordoftaniif guddaa isin galateeffanna!

08/05/2026

Kaameettii Podcast boqonnaa 2ffaa episode 54ffaan, gameessa soogidda jireenyaa dhamdhame, ogummaa barateen ogeessa qorsa haadholii hedduuf wixineesse, Gaazexeessaa Naziif Jamaal qabatee isinii dhiyaata.

Bor galgala sa'aatii 3:00 irratti karaa Tv OBN fi YouTube Kaameettii Podcast isin biraan geenya.

05/05/2026

"Waa'ee Kaameettii guyyaa guutuu osoon sitti himee hin fixu" Qalbi-qabeettii xomboorri Kaameettummaa irraa ifu, Urjii Elemoo

Namoonni Guutuu sagantaa kanaa hindaawwitin YouTube kaameettii podcast irraa argattu.

04/05/2026

“Heedduu Yoo mi’oofte Xuutatanii si fixu” Urjii Elemoo

Namoonni Guutuu sagantaa kanaa hindaawwitin YouTube kaameettii podcast irraa argattu.

Address

Wollo Sefer
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kaameettii Podcast posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category