Hagere Event and Promotion

Hagere Event and Promotion Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Hagere Event and Promotion, Event Planner, Addis Ababa.

our performers
04/10/2025

our performers

Oofkalles Milkoomnes.Keessumaa waan kun akka milkaa’uuf Biiroon aadaaf Tuurizimii Oromiyaa dhaabbilee mootummaa kan naan...
04/10/2025

Oofkalles Milkoomnes.
Keessumaa waan kun akka milkaa’uuf Biiroon aadaaf Tuurizimii Oromiyaa dhaabbilee mootummaa kan naannoo oromiyaa fi finfinnee qindeessuun Oomishaaleen adda addaa akka expo keenyaaf dhiyaatan tunmsi gootan baay’ee guddaa waan ta’eef hedduu galatoomaa🙏🙏🙏
Itti aansuun qaamoleen nageenyaa, hojjatooti giddu gala egzibiishinii finfinnee deeggarsa wal irraa hin cinne nuuf taasiftaniif ulfaadhaa 🙏
Dabalataan dhiyeessitooti fi daldaltooti hundi maamiltooti fi doo’attooti baareedinni sagantaa kanaa isiniin waan ta’eef galatoomaa 🙏
Dhuma irratti gareen dhaabbata keenya Hagaree event and promotion nuffii fi dadhabbii tokko malee alkan guyyaa osoo hin jenne. Dheebonne beelofne osoo hin jenne milkaa’ina sagantaa kanaaf hirmaannaan isin gootan hedduu naboonse. Maqaa kiyyaaf maqaa managementii dhaabbata keenyaan hedduu galatoomaa jedha.🙏🙏🙏
Warri jalqabaa kastanii nufaana turtan, meeshaalee aadda aaddaa dhiyeessuun Dhuftanii bitachuu hirmaattan galata argadhaa.
Hundumaa Ol milkaa’ina sagantaa kanaaf dhaabbileen ga’ee leencaa taphatan
Commercial Bank of Ethiopia
Kegna Beverage Sh.Co.
Dangote cement
Gold water
Ethio telecom
Hedduu galatoomaa Jechuun barbaada 🙏🙏🙏

03/10/2025
I've just reached 3K followers! Thank you for continuing support. I could never have made it without each one of you. 🙏🤗...
03/10/2025

I've just reached 3K followers! Thank you for continuing support. I could never have made it without each one of you. 🙏🤗🎉

Banameera ተከፈተ
03/10/2025

Banameera
ተከፈተ

Join us tomorrow Irreerchaa Gerand Concert at Exhibition Center Meskel Square  kicking off in the afternoon and going st...
02/10/2025

Join us tomorrow Irreerchaa Gerand Concert at Exhibition Center Meskel Square kicking off in the afternoon and going strong until 6 midnight local time

Haala Expo Irreecha bara kanaa muraasa የዘንድሮ ኢሬቻ ኤክስፖ ድባብ በጥቂቱ
02/10/2025

Haala Expo Irreecha bara kanaa muraasa
የዘንድሮ ኢሬቻ ኤክስፖ ድባብ በጥቂቱ

Baankiin Daldala Itoophiyaa Tajaajilaa Baankii si'ataa fi qulqullina qabuun Baayyina maammilootaan dursaa imala gara fuu...
01/10/2025

Baankiin Daldala Itoophiyaa
Tajaajilaa Baankii si'ataa fi qulqullina qabuun Baayyina maammilootaan dursaa imala gara fuulduraa kan itti fufe yoo tahu, Baga Ayyaana Irreechaan isin gahe jechaa, Expo Irreechaa guddaa kana Karaa CBE BIRR PLUS gammachuu guddaan Ispoonsara godheera.

Baga Geessan
Ayyaana Gaarii
CBE birr
Bakka jirtan hunda jira.

Warshaa Simmintoo DangooteeDugugguru dugdaa ijaarsa biyya keenyaa kan ta'e warshaan Daangootee Baga Ayyaana irreechaa na...
01/10/2025

Warshaa Simmintoo Dangootee
Dugugguru dugdaa ijaarsa biyya keenyaa kan ta'e warshaan Daangootee Baga Ayyaana irreechaa nagaan geessan jechudhaan Expo Irreechaa guddaa kana Sponsara godheera.
Simmintoo qulqullina qabu fi dhiyeessi amansiisaadhaan kan beekamu Warshaan kun Uummata Maraan baga geessan ayyaana gaarii jechuun dhaama.

Waggoota 130f saba guddaa tajaajilurratti kan argamu Ethio Telecom Expo Irreechaa guddaa Sponsara yoo godhu gammachuudha...
01/10/2025

Waggoota 130f saba guddaa tajaajilurratti kan argamu Ethio Telecom Expo Irreechaa guddaa Sponsara yoo godhu gammachuudhaani
Tajaajila Interneti 5G irraan gahuun mammiloota danuu horachuudhaan adda durummaan dursaa jira.
Kara Telebirriittin Saffisaa fi Amanamummaan daddabarsa maallaqaa si'eessaa jira.
Baga Geessan Irreecha Milkii
Ethio Telecom

01/10/2025

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hagere Event and Promotion posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Hagere Event and Promotion:

Share

Category