Dabbal Event and Promotion

Dabbal Event and Promotion Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Dabbal Event and Promotion, Event Planner, Oromiyaa, Addis Ababa.
(2)

Maammiloota keenya kabajamoo ! Bikka jirtanitti nageenyi keenya isin haa dhaqabu ! ✋Dhiheenya kana sababa dhimma hajjiit...
19/06/2025

Maammiloota keenya kabajamoo ! Bikka jirtanitti nageenyi keenya isin haa dhaqabu ! ✋
Dhiheenya kana sababa dhimma hajjiitiif jecha su’uud Arabiyaan tajaajila , fi tajaajiloota imalaa kanneen akka visaa fi dhaabdee turte, dhaabbanni keenyas tajaajiloota kanarrattii akkuma hojjiin jalqabeen akka isin beeysifnu isiniif maxxansinee turre , yeroo ammaa immoo Hajjiinis xumuramee imaltooninis irra baayyeen gara biyyaa galanii waan jiraniif tajaajilonni duraaan cufamee jiru akka banamee jiru gamanumaan isin beeysisaa ., dhaabbanni DabbaalTour Andtravel Maammiltoota keenya Miira maatummaatiin tajaajiluuf qophii tahuu bartanii gara wajjira keenyaa magaala boolee bulbula marfata maariyam kondominiyum block 48/49 dura qaamaanis dhufuun tahee karaa toora whats app , tg, imo, lakkofsa bilbila 0911284243 tin akkassumas karaa toora website keenya Dabbaal.com nu qunnamuu ni dandeessu !

Hunachiisa dhaabbanni dabbaal karaa bilbila amma isiniif maxxansine ykn toora website ykn immoo qaamaan waajjira dhaabbatichaa dhufuun warra hin galmooyneef rakkoo maammila qunnamuuf itti gaafatamummaa kan hin fudhanne tahuu fi namoota maqaa dabbaaliin biyya biraa isin geessina , tajaajila umraa isiniif kennina jechuun hawaasara bu’aa hin malle corataa jiran yoo agartan asumaanu dhaabbatichaaf eeruu akka laattan kabajaa fi ulfinaan isin beeysifna !
Kana qofaa miti dhaabbanni dabbaal leenjiwwaan namoota karaa seeraatin biyya biroo dhaquuf yeroo baayye hawaasa keenya danqaa ture ofiif leenjisee qopheessuuf haal duree hunda xumuree hojjirra jira !

Oduun samirra jira , hojjiin lafarra jira .
Mismaarri hanguma gad dhahan jabaachaa deema !
Dhaabbanni keenyas hojjiiwwaan duraanirratti hojjii baayyee dabalee fullaahaa jira.
Dabbaal dabbaaluma homtuu bikkaa sochoosu !
Tajaajiloota .



iddoo kamuu

iddoowwaan seena qabeessaa fi hawata turizimii biyya keessaa fi alaa .
imalaa wajjiin wal qabatan kamurrattu maammiloota keenya deeggaruuf halkanii guyyaa miira maatiitiin isin tajaajiluuf qophii tahuu keenya isiniif ibsina. Fayyaa tahaa !

Dabbal Tour and Travel PLC, an Ethiopian tour and travel company, offers historical and cultural tours, package tours, city tours, hotel and guest house reservations, car rentals, and international and domestic air tickets. Through our sister company, National Airways, we offer flights. National Air...

Baga ittiin isin gahe CEO and founder of Dabbal tour and travel  fi hordoftoonni amantaa muslimaa duyda adunyaa tanarra ...
06/06/2025

Baga ittiin isin gahe CEO and founder of Dabbal tour and travel fi hordoftoonni amantaa muslimaa duyda adunyaa tanarra jirtan hundinuu ! Warra baranaa ka bara hedduu ! 🙏
Hujjaajjoonni bara kanaa akkuma deebi’aniin hojjiiwwaan dhaabbata keenyaan hojjataman kan isin biraa geenyu taha ! Iida gaarii !🕋💥🙏

21/04/2025




Book Online Now +251911284243/+251 93 690 1410https://dabbaal.com/ 🛬✈️💻✌️FlightHotelHolidayEthiopia AirlinesEgypt AirJE ...
09/09/2024

Book Online Now +251911284243/+251 93 690 1410
https://dabbaal.com/ 🛬✈️💻✌️
Flight
Hotel
Holiday
Ethiopia Airlines
Egypt Air
JE Kenya aiways Saudi arabia
Emirate
Qatar Airways
Turkish Airlines
All Air line on the globe
Dabbal tour and travel
0912284243/0936901410

Address

Oromiyaa
Addis Ababa
1165

Telephone

+251913845454

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dabbal Event and Promotion posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Dabbal Event and Promotion:

Share

Category