GMN GIRAWWAA MEDIA NETWORK

07/03/2026

Hordoftoota koo haaraadhaaf haamilee! Toora irratti isin qabaachuu koof gammachuu guddaatu ​​natti dhaga'ama! Anis Bayaan AR, Siree Man, Sayid Muscab, Abdiin Ko Rabbuma, Usee Sufiyan, Webe Canab

Afuuftuu Utuu Haati Oromoo Ulfaan du'aa jirtuu ati eenyummaa kee kan hin beekne Yerusaalem ishee kam akka Wangeelli jedh...
05/03/2026

Afuuftuu Utuu Haati Oromoo Ulfaan du'aa jirtuu ati eenyummaa kee kan hin beekne Yerusaalem ishee kam akka Wangeelli jedhus kan hin beekne Alaabaa biyya Ormaa ol kaafta

02/03/2026


Iraan Hoggantootaa fi miseensota Kaabinee Israa'el Yerusaalem keessatti wal ga'iirra turan irratti haleellaa raawwachuu miidiyaaleen gabaasaa jiru. Hoggantoota kanneen keessaa Obbo Baajoo Tamaamee ( Benjamin) isa tokko jedhamaa jira🤭

  Yeman Huutiin Sa'atii ammaa kana Markaboota Gurguddaa Ameerikaa fi Israa’el Bahaara irratti Haleeluudhan Ibsa baaftee ...
02/03/2026

Yeman Huutiin Sa'atii ammaa kana Markaboota Gurguddaa Ameerikaa fi Israa’el Bahaara irratti Haleeluudhan Ibsa baaftee jirti.

Ibsa Amma Yeman baafteen Gaalaana Gubbaa Markaboonni Addunyaa Ameerikaa Waliin Michooma Qabanii Tokko akka hin sochoone fi Dooniiwwan Addunyaa hundi Bakka jiru akka hin sochoone Bahaara Guddicha Hormuzi irratti Fufuudhan Akeekkachiise jira

International media confirmation 👍 May Allah show us his co**se truly🙏 !
02/03/2026

International media confirmation 👍
May Allah show us his co**se truly🙏
!

Alhamdulillaahi Allahuakubar Allahuakubar Aboo Oduun kun Inuma sobaa mitii qabadhaa gaa .👇Midiyaaleen Dilli kun Du'a She...
02/03/2026

Alhamdulillaahi
Allahuakubar Allahuakubar

Aboo Oduun kun Inuma sobaa mitii qabadhaa gaa .👇

Midiyaaleen Dilli kun Du'a Sheeyixaantichaa kana ni kijaban jettanii yaaddu ????

Inuma hin kijiban Dubbiin Dhugoomeera
Netanyahu Lafarraa ol ergamee jira .☝️💪💪💪

Dubbiin du'a Netanaayuu kun babal'achaa jira. Tokko du'ee tokko hin taa'uudha dubbichi🤭
02/03/2026

Dubbiin du'a Netanaayuu kun babal'achaa jira. Tokko du'ee tokko hin taa'uudha dubbichi🤭

02/03/2026


Iraan markaba guddaa Abraham lincon kan Ameerikaan ittiin of boonsitu, misaa'ela 4,n rukutee dhidhimse jirttii

 Iraan markaba guddaa Abraham lincon kan Ameerikaan ittiin of boonsitu, misaa'ela 4,n rukutee dhidhimse jetti.
02/03/2026


Iraan markaba guddaa Abraham lincon kan Ameerikaan ittiin of boonsitu, misaa'ela 4,n rukutee dhidhimse jetti.

Oduu Ammee!!Kooriyaan Kaabaa Ameerkaan Iraan irratti haleellaa ni raawwatti taanaan Misaa'eloonni keenya masmara alarmii...
02/03/2026

Oduu Ammee!!

Kooriyaan Kaabaa Ameerkaan Iraan irratti haleellaa ni raawwatti taanaan Misaa'eloonni keenya masmara alarmii irratti argamu jachuun gocha warri lixaa itti jiru hordofuun dubbatte. Mootichi Kooriyaa kaabaa marii biyyoonni lixaa Iraan waliin godhan erga hordofee booda marichi Iraaniin hidhannoo kee hiikadhu jachuu fakkaata jachuun qeeqan. Akkasumaas Ameerkaa IZra"ael waliin kallattiin waraana seenti taanaan Misaa'eloonni keenya masmara alarmii irratti argamu jachuun akeekkachiisa laataniiru!! Mootichi Kooriyaa kaabaa King Joon dhuguma mootii bilisummaa ummata fi birmadummaa biyyatti amanuudha!!

02/03/2026

Loltoonni Eegdota Warraaqsaa Islaamaa Iraan (IRGC) doonii waraanaa Ameerikaa xiyyaara baatu USS Abrahaam Linkan jedhamu haleeluu hime.

USS Abraham Lincoln: Dooniin waraanaa guddichi Ameerikaan gara Iraanitti butte maal qabateera?

Address

𝗛𝗮𝗿𝗮𝗿
Addis Ababa
LOVESALAA153GMAIL.COM

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when GMN posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share