19/10/2023
MY HOME๐๐๐
Baga gammaddan! Baga gammanne!
Mandarri Ikkoo-Tuuriziimii Leeppis Yaa'ii waliigalaa 25ffaa Biyya Uzbeekistaaan, Magaalaa saamarkaanditti taasefamerratti Mootummoota Gamtoomaniitti dhaabbata Tuuriziimii Addunyaatiin mandara tuuriziimii filatamaa bara 2023 jedhamuudhaan yeroo filatamu gammachuu guddaatu nutti dhaga'aama.
Milkaa'ina kanaaf kanneen shoora olaanaa taphatan addatti dhimmicha jalqabarraa kaasanii kan hordofaa turan Ministirii Ministeera Tuuriziimii Itiyoophiyaa, akkasumas qabeenya kennaa ajaa'ibaa Oromiyaa ta'e kana kunuunsuudhaan har'aan kan qaqqabsiisan jiraattota naannoo Leeppis, Arsii Lixaa guddaa galateeffanna.
Badhaasa beekamaa ta'e kana dhaabbata Mootummoota gamtoomaniitti Dhaabbata Tuuriziimii Addunyaa (UNWTO) irraa yeroo fudhannu Kabaji guddaan nutti dhaga'aama, Badhaasichi Baadiyyaawwan Addunyaarraa xixiqqoo ta'an garuummoo aadaa,kunuunsa qabeenya uumamaa, duudhaa fi bakka adda-addummaan akka carraatti keessatti fayyadamu filachudhaan Mandara Filatamaa Tuuriziimii jechuudhaan kan kennamudha. Beekamtiin kunis Namoota ifaajii heedduudhaan Mandara Ikko-tuuriziimii Leepisiin sadarkaa kanaaf qaqqabsiisaniif ragaa guddaadha.
irra deebi'uudhaan ammas Baga gammaddan jenna!
Congratulations on the recognition of Lephis eco-tourism village as the Best Tourism Village by the United Nations World Tourism Organization (UNWTO) at its 25th general assembly held in Samarkand, Uzbekistan.
We are thrilled to hear about this achievement and would like to extend our heartfelt appreciation to the แจแฑแชแแ แแแตแดแญ-แขแตแฎแตแซ Ministry of Tourism-Ethiopia for their relentless efforts in ensuring that this recognition was obtained. We would also like to thank the local community in West Arsi for preserving this beautiful place, which has now been acknowledged globally.
It is a great honor to receive such a prestigious award from UNWTO, which recognizes villages that preserve cultures and traditions, celebrate diversity, provide opportunities, and safeguard biodiversity. This recognition is a testament to the hard work and dedication of everyone involved in making Lephis eco-tourism village a success.
Once again, congratulations on this well-deserved recognition!
๐ทyoye Oliyad T Tajure ashu yemane Abenezer Yonas brother picture outdoor Ethiopia
You guys have great respect from us ๐